Fayyaa Oromoo
Fayyaa Oromoo
The official app & game
Distributed by UptoPlay
SCREENSHOTS
DESCRIPTION
Use UptoPlay to play online the game Fayyaa Oromoo.
Fayyaan dhibee garaa garaa irraa bilisa tauudha. Dhibeen kunneen sababaa garaagaraatiin kan nama qabu yoo tau of-eeggannoon namni tokko fayyaa qabaachuuf godhu murteessaadha. Namni fayyaa tauuf fayyaan maal akka tae hubatee yoo dursee itti yaade carraan fayyaa tauu isaa warra fayyaan maal akka tae itti hin yaadne irraa wayya.
Fayyaa tauuf nyaata filachuun, sproortii hojjachuun, ulfina qaama ofii eeguun, dhugaatii alkoolii dhiisanii bishaan dhuguu, tamboo xuuxuu dhiisuun dhibee garaagaraatif saaxilamuu irraa nama baraara. Kanaafuu; Fayyaa Oromoo buufadhaa.
Enjoy with UptoPlay the online game Fayyaa Oromoo.
ADDITIONAL INFORMATION
Developer: SHEGER-SOFT
Page navigation:

