UptoPlay - Juegos Online
UptoPlay favicon

UptoPlay favicon


Og-artiiwwan Kutaa 8ffaa play online

Play Og-artiiwwan Kutaa 8ffaa APK

Og-artiiwwan Kutaa 8ffaa

The official app & game

Distributed by UptoPlay

 

SCREENSHOTS

DESCRIPTION

Use UptoPlay to play online the game Og-artiiwwan Kutaa 8ffaa.

App kana keessatti kitaabni og-artii kutaa 8ffaa waan qindaa'ee isiniif dhiyaattef namni bakkafi yeroon osoo hin dangeeffamiin bifa salphaafi haalla namni boqonnaa tokko irraa boqonnaa biraatti ce'uun itti fayyadamuu danda'u of keessatti qaba. Kunis immoo app kana hunda caalaa filaatama ni taasisa. Isiniif app kana fayyadamuun, barnoota og-artii kitaaba bilbilaa keessan keessatti akka fayyadamtaan isin taasisa.
App'n kun og-artii kutaa 8ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Hubannoo Artistawaa
Dandeettii Kalaqaa
Haala Qabatamaa Seenaa Fi Aadaa
Hawwannaa Og-aartiiwwanii
Hidhata Og-aartiiwwanii
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
If you have any suggestions, please let me know.

Page navigation: