EnglishFrenchGermanSpanish
menu option
UptoPlay favicon

UptoPlay favicon


Arkaana iimaanaa (Utubaalee) play online

Play Arkaana iimaanaa (Utubaalee) APK

Arkaana iimaanaa (Utubaalee)

The official app & game

Distributed by UptoPlay

 

Play Online

SCREENSHOTS

DESCRIPTION

Use UptoPlay to play online the game Arkaana iimaanaa (Utubaalee).

Iimaanaa dabalachuuf ni carraaqna. Garuu maanaa (hiika) isaa ni beeknaa? Dhugumatti, iimaanaa jechuun maal jechuudhaa? Iimaanni qalbii qofa irratti daangeeffamuu dandaaa? Namni hiika iimaanaa madda sirrii irraa yoo beeke fi hojii irra oolche, jireenya gammachuu fi miaawa jiraata. Sababni isaas, namni miaa iimaanaa argate, jireenya tasgabboofte jiraataa. Miaa iimaanaa dhandhamuuf hiika isaa beeku fi hojii irra oolchuf tattaafachuu qabnaa miti ree?

Maarree kanuma sababeeffachuun moosaajii bilbila harkaa Utubaalee ykn Arkaana iimaanaa jahan (6) bal'inaan ibsu isiniif dhiheessinee jirra. Rabbiin warra irraa baratee wal barsiisuu isin haa taasisuu.




Enjoy with UptoPlay the online game Arkaana iimaanaa (Utubaalee).

ADDITIONAL INFORMATION

Developer: K Technologies


Page navigation: