EnglishFrenchGermanSpanish
menu option
UptoPlay favicon

UptoPlay favicon


HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo play online

Play HIIBBOO?  Hibib Afan Oromoo APK

HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

The official app & game

Distributed by UptoPlay

 

Play Online

SCREENSHOTS

DESCRIPTION

Use UptoPlay to play online the game HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo.

Hiibboo is equivalent to Riddle in English, almost :) Hiibboo or Riddle is a form of guessing game that has been a part of the folklore of most cultures from ancient times. The App contains few Hiibboo questions in Afan Oromo language.

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo.

Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga saatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taaaniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu tauu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga taan booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan beekte ykn argatte jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa taun fi inni gaafatamaa ture gaafataa taun tapha isaanii itti fufu.



Thank you for downloading,
OROMNET Software and Application Development PLC, Nekemte, Ethiopia




Enjoy with UptoPlay the online game HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo.

ADDITIONAL INFORMATION

Developer: OromNet Software and Application Development

Recent changes: Minor Bug fixes.


Page navigation: