UptoPlay - Juegos Online
UptoPlay favicon

UptoPlay favicon


Saayinsii walii galaa kutaa 7 play online

Play Saayinsii walii galaa kutaa 7 APK

Saayinsii walii galaa kutaa 7

The official app & game

Distributed by UptoPlay

 

Play Online

SCREENSHOTS

DESCRIPTION

Use UptoPlay to play online the game Saayinsii walii galaa kutaa 7.

App'n kan haalla salphaafi namaatti tolun yeroo hojjenne isiniif dhiyeessinu baay'ee gammadna. App'n kana keessattis immoo wantii isiin argitaan hundii kitaaba wajjiin wal qixeedha.
Saayinsii akka qaama beekumsaa, adeemsoonnifi gochaaleen qaama beekumsichaa saayinsii gabbisuuf fayyaduutti hiikuun; dameewwan saayinsii uumamaa addaan baasuun hariiroo isaan gidduu jiru ni ibsita;
Dhiibbaa gaariifi badaa hojiirra olmaa saayinsiifi teeknoolojiin jireenya kee irratti, jireenya nama biroo irrattiifi naannoo irratti qabu ni ibsita;
Saayinsiifi teeknoolojiin addunyaa hubachuu keessatti gaheefi gumaacha qaban ni dinqisiifatta;
Fakkeenya saayintistoota beekamoo addunyaafi Itoophiyaa; saayinsiifi teeknoloojii keessatti gumaacha taasisaniifi waan isaan gumaachan ni ibsita;
Faayidaa duudhaaleen saayinsaawaa murtee kennuufi rakkoo hiikuu keessatti qaban ni ibsita;
Akkaataa saayinsiifi teeknoloojiin; amantaalee, barmaatilleefi akkaataa yaaduu nama tokkoo irratti dhiibbaa qaban ni ibsita;
Meeshaalee daawwanaa, safaraafi walqabsiisuuf fayyadan kanneen akka maayikirooskoppii, meeshaalee yaalii, daawwitiiwwanifi leensiiwwan goobaafi golbaa filachuun itti fayyadamta;
Yaaliiwwan dalaguufi meeshaalee yommuu itti fayyadamtu ofeeggannoo mana yaalii ofiifis taee namoota birootiif xiyyeeffannaa nikennita;
Argannoowwan qorachuufi buaa argannoo ibsuu keessatti garee waliin waliigalteen nihojjatta;
Maddawwan garaagaraa fakkeenyaaf manneen kitaabaa, gaazexaawwan, namoota naannootti beekumsa qaban, muuxannoowwan naannoo, intarneetiifi kan kana fakkaatan fayyadamuun odeeffannoo walitti niqabatta;
Mana yaalii keessatti yommuu hojjattu balaawwan uumamuu dandaan adda baasuun adeemsota ofeeggannoo sirrii taan hojii irra ni oolchita.




Enjoy with UptoPlay the online game Saayinsii walii galaa kutaa 7.

ADDITIONAL INFORMATION

Developer: BeckyTech Co. Ltd

Recent changes: New version contains
- Bug fixed
- Performance improved
- Easy to use
- Works offline


Page navigation: