UptoPlay - Juegos Online
UptoPlay favicon

UptoPlay favicon


Lammummaa Kutaa 8ffaa play online

Play Lammummaa Kutaa 8ffaa APK

Lammummaa Kutaa 8ffaa

The official app & game

Distributed by UptoPlay

 

SCREENSHOTS

DESCRIPTION

Use UptoPlay to play online the game Lammummaa Kutaa 8ffaa.

Baga nagaan dhuftan! Anaa dhufu isin jenne! App'n kun waa'ee kitaaba lammummaa kutaa 8ffaa bifa salphaa jechuun akka nama bira ga'uu taasisuuf kan qophaa'ee yeroo ta'u, namni hundiis biyya, laga, fagoo dhiyoo osoo hin jedhiin play store irraa bufachuun itti fayyadamuu ni danda'u.
App'n kun kitaaba Lammummaa Kutaa 8ffaa haaraa qophaa'ee bifa salphaafi namni hundii bilbilaa isaa irraatti fayyadamuu danda'uun wan qinda'eef namni hundii itti fayyadamuu ni danda'aa.
App kanas immoo qindeessuun kan barbaachise namni hundii biyya keessas ta'ee biyya alaa kan jiruu akka argachuun itti fayyadamuu waan yaadameefi.
Mataa dureen gurguddon app kana keessatti caqasamaniis
Gaarummaa
Mootummaafi Bulchiinsa Mootummaa
Dimookiraasii
Heerummaa
Mirgoota Namummaa
Walitti Buiinsa Hiikuufi Nagaa Ijaaruu
Dandeettiiwwan Gadfageenyaan Yaaduufi Rakkoo Hiikuu
If you have any suggestions, please let me know.

Page navigation: