UptoPlay - Juegos Online
UptoPlay favicon

UptoPlay favicon


Seenaa Iisaa (Iyyasus) play online

Play Seenaa Iisaa (Iyyasus) APK

Seenaa Iisaa (Iyyasus)

The official app & game

Distributed by UptoPlay

 

Play Online

SCREENSHOTS

DESCRIPTION

Use UptoPlay to play online the game Seenaa Iisaa (Iyyasus).

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.

App kana keessatti seenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.

Qabxiilee App kana keessatti hammataman irraa:

- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.
- Iisaan (Iyyasuus) siree daaimummaa keessaa yommuu dubbatu
- Dhugaan Yommuu Ifa bahu.
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe.
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti
- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti buuu Agarsiisan.
- Maaliif Iisaan qofti akka buuu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?
- Adabbii Namoota Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati jedhanii.




Enjoy with UptoPlay the online game Seenaa Iisaa (Iyyasus).

ADDITIONAL INFORMATION

Developer: K Technologies


Page navigation: