UptoPlay - Juegos Online
UptoPlay favicon

UptoPlay favicon


Galata Gooftaa play online

Play Galata Gooftaa APK

Galata Gooftaa

The official app & game

Distributed by UptoPlay

 

Play Online

SCREENSHOTS

DESCRIPTION

Use UptoPlay to play online the game Galata Gooftaa.

Galanni gooftaa kann yeroo hundaa kun wiixataa hangaa sanbataa guddaatti kadhannaa kadhattamu hundaa kan of keessa qabudha. Kadhannaaf namoota hundaafi bakka jiraan maraati akka itti fayyadamu danda'annif immoo fedhaa waaqayyoo ta'ee sagalee wajjiin waan qophaa'eef namootni hundii haalla kadhannaaf tolun kadhachuu, galateeffachu akkasumas waaqayyoon ittin wammachuu ni danda'uu. Anis app kana gaafan hojjedhe isiin biraan ga'uu keessi koo baay'ee itti gammadadha. Waan gaarii hojjechu, takkummaan waan guddaa hojjeechu miti. Adeemsan ta'aa waan ta'eef gara fulduraattis fedhaa waaqayyoo ta'ee app biraas itti fufuun nan hojjedha. Galanni Waaqayyoof haa ta'u. Waaqayyoon bakka jirtan hundaatti isin haa eebbisuu!




Enjoy with UptoPlay the online game Galata Gooftaa.

ADDITIONAL INFORMATION

Developer: BeckyTech Co. Ltd

Recent changes: The new version contains
- bug fixed
- new contents arrangement
- performance improved


Page navigation: