UptoPlay - Juegos Online
UptoPlay favicon

UptoPlay favicon


Herrega Kutaa 5ffaa play online

Play Herrega Kutaa 5ffaa APK

Herrega Kutaa 5ffaa

The official app & game

Distributed by UptoPlay

 

SCREENSHOTS

DESCRIPTION

Use UptoPlay to play online the game Herrega Kutaa 5ffaa.

App'n kun herrega kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Jijjiiramootaan hojjechuu
Firaakshinoota
Deesimaalota
Dhibbantaa
Safara balinaafi qabee
Qabannaa daataa
Gosootaafi hiikoo bocoota jaboo beekkamoo
Sararoota, kofootaafi safara isaanii
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
If you have any suggestions, please let me know.

Page navigation: