UptoPlay - Juegos Online
UptoPlay favicon

UptoPlay favicon


English Afaan Oromo Dictionary play online

Play English Afaan Oromo Dictionary APK

English Afaan Oromo Dictionary

The official app & game

Distributed by UptoPlay

 

Play Online

SCREENSHOTS

DESCRIPTION

Use UptoPlay to play online the game English Afaan Oromo Dictionary.

Orooroo Dictionary!

Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha.
.
Haa ta'u malee faraja/translation isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa. Akkasumas barnoota babalisuuf, qunnamtii ummataa cimsuuf, saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.
.
Fuulduree/Future
Ammaaf hojiin hojjenne kun gama app Android Dikshinarii Afaan Oromootiin gumaacha guddaa godheera jennee yaanna. Ta'uus garuu kun hanga safara guddina uummatichaa fi qooqichaan gahaadha jennee hin yaannu.
Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis ta'ee qulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaa seenuu barbaanna.


Orooroo Dictionary.




Enjoy with UptoPlay the online game English Afaan Oromo Dictionary.

ADDITIONAL INFORMATION

Developer: Orosoft Tech


Page navigation: